Aartii Oromoo fakkiidhaan

Fakkiin aartiiwwan aaddafi dudhaan uummataa ittiin calaqisiifamu keessaa tokko. Kaafuu aadaa ummata isaa ittiin ibsachuu jecha ogummaa fakkii kaasuu irratti akka bobba'ee dargaggoo Birhaanuun ni dubbata.