Sababa 'waraana Iraaniin' Itoophiyaatti rakkoon boba'aa mudate
Barreeffamni kun qabiyyee [social_media-site]n dhiyaatan qaba. Tarii 'cookies' fi teknolojiiwwan biraa fayyadamuu waan danda'aniif, osoo tokkoonsaa gadi hin buufamiin dura hayyama keessan gaafanna. Osoo hin simatin dura Google YouTubeimaammata cookies fi imaammata mateenyaa dubbisuu barbaadda ta'a. Qabiyyee kana ilaaluuf 'waliigaluun itti fufi' filadhu.
Xumura maxxansa YouTube
Sababa waraana Iraanitti adeemaa jiruun hanqini boba'aa akka isaan mudate konkolaachiftoonni BBC'n dubbise himan.
Keessumaa gama Kibba Itoophiyaa magaalaa Hawaasaafi kaanitti hiriirri konkolaataa dheeraa mul'achuu BBC'n taajjabeera.













