Shakkamaan irbaata Waashngiteen irratti dhukaasa bane 'Kiristaanaa cimsee jibba' -Tiraamp

Madda suuraa, Reuters
Doonaald Tiraamp erga eda halkan dhukaasa irabaata Waashingiteenitti tureen booda yeroo jalqbaaf ibsa kenne, qabxileen ijoon kunooti:
- Tiraamp "halkan taatee gaddisaasaa mudateen' booda aniifi giidti-dureen nagaadha jedhe.
- Hidhataan shakkame kun "onnee isaa keessaa jibba Kiristaanaa cimaa qaba" jedhe. Poolisiin dubbii Tiraamp kana dursee dubbii dubbateen, shakkamaan kun maaliif akka dhukaasa bane hin beekamiin jira.
- Shakkamaan kun akkuma 'taphataa NFL [kubbaa miilaa Ameerikaatti beekamaa] fiigaa dhufe kan jedhe Tiraamp, Tajaajila Eegumsaa (Secret Service) "battalatti isa dhaabuu isaaniif" galateeffateera.
Odeeffannoo biroo dabakataaf:


















