Ajjeechaa Hayimaanot Badhaadhaa: "Intalli kiyya polotikanyaa miti, maaliif akka ajjeesan hin beeku"

Ibsa waa'ee viidiyoo, "Intalli kiyya polotikanyaa miti, maaliif akka ajjeesan hin beeku"

β€˜β€™Mucaan koo nama siyaasaa miti, anis nama siyaasaa miti. Biyya nagaa keessatti nama dhiiga mucaa koo dhangalaasee ajjeese kana mootummaan akka adda naa baasuun gaafadha" jedhu Obbo Badhaadhaa Fayyisaa.

Viidiyoon: Bizuworqi Olaanaafi Yaadataa Birhaanuu