BBC News, Afaan Oromoo - Oduu

Xiyyaara waraanaa US

KALLATTIIN,
Xiyyaarri US xiyyaarota waraanaa boombii darbataniif boba'aa guutu Iraaq keessatti kufe

Xiyyaaronni Ameerikaa lama xiyyaara waraanaa boombii darbataniif boba'aa guutan lixa Iraaq keessatti kufan. Lameen keessaa tokko nagaan qubate jedhame. Sababni balaa kanaa beekamuu baatus, garuu haleellaa irratti raawwatameen akka hin taane ajaji giddugalaa US ibseera.

Isin hin darbiin

YouTube BBC Afaan Oromootti makamaa

YouTube BBC Afaan Oromoo

BBC Afaan Oromoo Chaanaalii WhatsApp gubbaan hordofaa

Maaltu haasa'ama?

Ispoortii

Daataa qusachuu barbaadduu?

Daataa qusachuuf yeroo tokko tokko fuula barreeffama qofaa keenyaa ilaalaa.

Jiruufi Aartii

Bitaa mirga

Ajaa'iba

Baay'ee kan jaalatame